TGBoardJIREENYA

Finde und trete beliebten Telegram-Kanälen und -Gruppen mit dem Tag JIREENYA bei. Verbinde dich mit Gemeinschaften, die deinen Interessen entsprechen. JIREENYA
Neuen Telegram einreichen

Sprachen

Sortieren nach

➬ Jireenya hiika qabu jiraachuu gaafa jalqabnu, haalota ulfaatoo moo'achuun ni salphata. "Follow your bliss and the universe will open doors for you where there were only walls." Join another channel. t.me/Momkoo80 For cross promotion @Dadkoo80

Gufuu jireenyaa Jireenya keessatti wantoota namni hin tilmaamne rakkoolee fi gufuulee  adda addaattu nama mudata. gufuu jireenyaa kan dandamachuuf immoo dandeetti gad fageenyaan yaaduu gabbifachuu fi Obsa qabaachuun murteessaadha. @Gufuu_Jireenyaa

"Namni bara jireenya isaatti wanta gaarii hojjetee itti gammaduu irra kan caalu wanta tokko illee gochuu akka hin dandeenye Nan beeka" Lal:3:-12 Kanaaf atis gaarii hojjedhu gatiin kee guddaadha. Dubbisuun ogummadha.

Garee kanarrati waantoota dubbiftani hubaattan gaggaarii ta'an irraatti #share waliif gochuun ni danda'aama. Yaadaf; @Gorsajireenya_bot Join @Gorsajireenya_group hiriyyoottan keessan itti affeera!

Addunyaa kana irraa wantii abdii si kutachiisuu danda'u tokko illee hin jiru yoo atii heyyamteef male.!! Homaaf tole hin jedhiin isa boruu kee of harkaa qabuu yesuusif male yaadaaf @Dawitpost_bot

Jireenya Gammachuu Karaa fi kallattii Imala Milkii

Jireenya milkaa'aa jiraachuuf kaka'uumsa YAADAA fi DANDEETTII dhokataa ofiitti fayyadamuuf qophii ta'uu barbaachisa! https://adsly.me/@gaggeessummaa Website: gaggeessummaa.com Buy ads: https://telega.io/c/Gaggeessummaa Contact: @Getu_Abera

🚀 Telegram-Gruppe oder Kanal bewerben

Ob du der Besitzer oder ein Fan bist, du kannst großartigen Telegram-Gemeinschaften beim Wachsen helfen. Füge es zu TGBoard hinzu und erreiche noch heute ein breiteres Publikum.